Quantcast
Channel: Oromo Videos & News
Viewing all articles
Browse latest Browse all 1719

Amersfoort/Netherlands | Amajjii 9, 2016 | Guyyaa WBO

$
0
0

Amajjii 9, 2016 – Guyyaa Kabaja Gooticha Waraana Bilisummaa Oromoo (WB) – Konyaa ABO Netherlands

Waamicha ilmaan Oromoo biyya Netherlands fi naannoo ishee jiraattan hundaaf, Konyaan ABO Netherlands Amajjii 9, 2016 Guyyaa WBO hawaasa keenya waliin kabajachuuf qophiitti jirra. Guyyaa kabajamaa fi ulfaataa kana irraatti argamuudhaan akka waliin kabajannu waamicha Oromummaa yeroo isiniif goonu gammachuu guddaatu nutti dhaga’ama.

Bakki: Van Galenstraat 30, 3814RD Amersfoort
Guyyaa: Amajjii 9, 2016
Sa’aatti: 11:30AM – 18:00PM

Akkaataa Dhufaatii: Amersfoort Central Station irraa bus lakk. 5 qabadhaa bakka bushalte Pullstraat jedhutti irraa bu’aa.




Viewing all articles
Browse latest Browse all 1719

Trending Articles