A statement from the Oromo Community of Minnesota …
—
Eebbaa Paarkii, Filannoo Koree Filachiiftuufi Galii Funaanuu
Boordiin Waldaan Hawaasa Oromoo Minisootaa Paarkii konkolaataa keessa dhaabbatan eebbisiisuu, galii funaanuu fi filannoo Koree filachiiftuu Boordii haarawaa taasisuuf gaafa Fulbaana (September) 19, 2015 Sa’a 12:00pm-4:00pm walgahii waamee jira. Akka kanaan Oromoonni Maagaalawwan Lakkuu keessa jiraattan akka dhuftanii filuu fi filatamtamuun qooda irraa fudhattanii fi waldaa keessan qabeenyaan bira dhaabbattan kabajaan isin afeerra.
Galatoomaa!
Guyyaan: Fulbaana 19, 2015
Yeroon: Sa’aa 12:00 W.B. – 4:00 W.B
Bakki: Galma Waldaa Hawaasa Oromoo (465 Mackubin Street; Saint Paul, MN 55103)
Caalaatti hubachuuf: 651-757-3040 bilbilaa!
Boordii WHOM
===
Parking Lot Inauguration, Fundraising and Election of Election Committee
The Board of Directors of Oromo Community of Minnesota is preparing to celebrate the conclusion of new parking lot, fund raising and conduct election of new Election Committee. Therefore the board invites all Oromos residing in the Twin Cities to come and celebrate this big day, electing and to be elected to the new election committee, and support your association with finances. Thank you!
OCM Board
Date: September 19, 2015
Time: 12:00PM – 4:00PM
Place: the Oromo Center in St. Paul (465 Mackubin Street; Saint Paul, MN 55103)
For information: call:- 651-757-3040!