Quantcast
Channel: Oromo Videos & News
Viewing all articles
Browse latest Browse all 1719

London/UK | Sept. 26, 2015 | Irreecha Birraa | Oromo Thanksgiving

$
0
0

Baga jalbultii guyyaa Ayyaana Irreessaa nagaan geessan!

Ayyaanni Irreessaa Fulbaana (Sept.) 26, 2015 London keessatti sirna ho’aan waan kabajamuuf akka irratti argamtan irra deebiin yaadachiifna. Guyyaa kana nyaataa fi dhugaatiin gatii muraasaan dhihaata. Muuziqaa fi sirbi aadaas ni jiraata. Haga danda’amutti uffata aadaa uffachuun barbaachisaa ta’a.

Guyyaan: 26/09/2015
Sa’atiin: 11:30 wd- 2:00wb
Bakki: Hamstead Heath Park Staff Yard; Parliament Hill Fields; Highgate Road; London Nw5 1QR
Konkolaataa dhaabuuf: Buufata Baaburaa duuba – £2.50/Sa’a 2f
Geejiba
Otobusii: C2, C11, 214
Baabura: Gospel Oak Station (Overground)
Galmi: Rings Cross Community Centre; Lough Road, Islington; London N7 8RH
Sa’atiin: 2wb – 3wb
Geejibni:
Otobusii: 17, 259, 91, 43, 263, 270, 393, 153,
Baaburri: Caledonian Station (Piccadilly Line)

Maaloo ergaa kana namoota isinitti fakkaatanitti nuu dabarsaa.

Koree Qindeessituu Irreechaa


Viewing all articles
Browse latest Browse all 1719

Trending Articles