Quantcast
Channel: Oromo Videos & News
Viewing all articles
Browse latest Browse all 1719

Nov. 14, 2015 | Bolton | Oromo Public Meeting – Walgahii Waliigala Hawaasa Oromoo-UK

$
0
0

WALGAHII WALIIGALA HAWAASA OROMOO – UK

Kora waggaa Adda Bilisummaa Oromoo UK sababeeffachuu dhan walgahii ummataa waliigalaa Manchester, magaalaa Bolton keessatti gaafa Sadaasa 14, 2015 qophaawee jira. Walgahii kanarratti miseensotni, deeggartoonni fi uummannii oromoo biyya UK, Ireland, akkasumas biyyoota Awurooppaa kaan irraa argamu. Walgahii kanarratti rakkina sabni Oromoo yeroo ammaa keessa jiru mariihachuu fi lammiin Oromoo akkamitti tokkummaan hiriiree haala qabsoo bilisummaa Oromoo jabeessuu danhdahu irratti marii bal’inaan geggeeffama. Qohiin bashannanaa galgalaas ni Jira. Qophii kana irratti artististootni Oromoo jaallatamoon – Hirphaa Gaanfuree fi Tottoobaa Margoo isin bashannansiisuuf qophaawanii jiru. Uffata (huccuu) aadaa Oromoo uffatanii akka argamtan kabajaan isin afeerra.

Guyyaa: Sadaasa 14, 2015
Bakka: Quebec Hall, Quebec Street, Bolton, Lancashire, BL3 5LX
Sa’aatii: 12pm- 10pm (12:00-22:00)
Quunnamtii: +44 (0)7462653953, +44(0)7847201803, +44(0)7411883450

—-

OROMO PUBLIC MEETING- UNITED KINGDOM

On the occasion of the OLF-UK annual meeting, the public meeting is organised for 14th November 2015 in Bolton city of Manchester. This public meeting will be attended by OLF members, supporters and all Oromos in the UK, Ireland and some European countries. The central theme of the meeting will be to discuss on issues of the current Oromo problem, and how the Oromo people could be united to support the Oromo struggle for freedom, peace and democracy. There will also be a cultural night where known Oromo artists – Hirpha Ganfure and Tottobaa Mergo will entertain you. Please dress in Oromo cultural outfits.

Date: November 14, 2015
Place: Quebec Hall, Quebec Street, Bolton, Lancashire, BL3 5LX
Time: 12pm- 10pm (12:00-22:00)
Contact: +44 (0)7462653953, +44(0)7847201803, +44(0)7411883450

—-

OromoUKNov2015


Viewing all articles
Browse latest Browse all 1719

Trending Articles