Godinaa Qellem Wallaggaa, aanaa Gidaamii, naannoo Laaloo Garee jedhamutti, Roobii dabre, gaafa Bitootessa 14, bara 2018 galgala raayyaa ittisaa mootummaa Itiyoophiyaa irratti haleellaa hidhattoonni Adda Bilisummaa Oromoo bananiin, konkolaatonni lama miidhamuu fi jeneraalota waraanaa dabalee, loltoonni keessa turan dhumuu isaanii jiraattonni aanichaa dubbatanii jiran. Akka jiraattonni Raadiyoo Sagalee Ameerikaaf ibsanitti, jeneraalota waraanaa lama fi qondaala […]
↧