“Eenyutu Waddeessaa eenyutu Jaldeessaa?” Weellisaa Hacaaluu Hundeessaa Sirbi qeenxee mata duree ‘Jirra’ jedhuun weellisaa Haacaaluu Hundeessaan tibbana gadi dhiise gamanumaan jaalatamumma guddaa horateera. Haacaaluun walleewwan Afaan Oromoo ciigoon masakaman, qor-qalbii fi yaada ummataa calaqqisiisan aartiin miidhagsee gurra uummataan gahuun beekkamtii guddaa horate. Weellisaa Daawitee Makonnin fakkeenya isaa kan godhate Hacaaluun muuziqaan hiree ganamaa isaa akka […]
↧