Maatiin itti rakkatanii barsiisan, olloota gorsanii guddisan, barsiisotaa fi hiriyoota dandeetti isaa dinqisiifatan hundaaf, eebbi barataa kanaa guyyaa addaati.
Finfinnee mana abbeeraa isaa fi aanaa Kuyyuu mana maatii isaatti jaataniin qophaa’ee, firris ormis waamameera.
Eebbi akka aduu birraa hawwiin eegamaa ture garuu fixeensa ganamaa ta’e.
– Read More (via BBC Afaan Oromoo)
– RELATED:- Ethiopia: Mass Arrests of Oromos in Addis Ababa/Finfinne (HRLHA Press Release No. 18, Aug 2009)