Quantcast
Channel: Oromo Videos & News
Viewing all articles
Browse latest Browse all 1719

Agarsiisa suuraa Oromoo isa jalqabaa (via BBC Afaan Oromoo)

$
0
0

“Oromiyaan suuraaf baay’ee mijattuu taatullee agarsiisa suuraan duubatti hafneerra”

Agarsiisni suuraa yeroo jalqabaaf haala teessuma lafaafi qabeenya tuurizimii akkasumas aadaa naannoon Oromiyaa qabdu irratti xiyyeefate giddugala aadaa Oromootti ilaalamaa jira. Agarsiisni ogeessa suuraafi daayreektara viidiyoo sirbaa Amansiisaa Ifaatiin qophaa’ee kun hanga Fulbaana 20, 2010 ALI yookiin jala bultii ayyaana Irreechaatti itti fufa. “Oromiyaan suuraaf baay’ee mijattuu taatullee agarsiisa suuraan duubatti hafneerra.” jechuun ogeessi suuraa kun BBCtti himeera. Filannoo isaatin suuraawwan agarsiisaaf dhiyaatan keessaa kanneen isinii dhiheessineerra.

Read More (BBC Afaan Oromoo)


Viewing all articles
Browse latest Browse all 1719

Trending Articles