“‘ARTIISTIIN QABEENYA UMMATAATI! QABEENYI ARTIILSTIIMMO UMMATA ISAATI’ Haadha seenaa, Haadha Aadaa, Haadha artii oromoo artiist “Yashii Raggaasaa Haadha jaamboo baalehoo karaan baalehoo”namni hinbeekne jira jedhee hinyaadu. Artiist Yashii Raggaasaa seenaa artii oromoo keessatti waggaa 37 ol kan hojjette seenaa galmeesite yeroo ammaa kana dhukuba kaanseriidhaan qabamtee ega sireetti galtee baatiin lama darbaniiru. Haaluma kanaan qabeenyi artiisti ummata waan taheef, dhukkuba kana wal’anamuuf qorichi guyyaa tokko fudhattu 20,000 ol waan taheef ummata ishee biyya alaas jiru kan biyya keessaa gargaarsa gaafachaa jirti. Haaluma kanaan ummanni oromoo ishee cinaa dhaabbanne hamma dandeenye ha gargaruu. Wal gargaaruun adaa keenya waan ta’eef wal haagargaarru. Horaa Bulaa. Odeeffannoo dabalataaf lak bilbilaa 0911683573 Yashii Raggaasaa”