Quantcast
Channel: Oromo Videos & News
Viewing all articles
Browse latest Browse all 1719

Renown Oromo Recording Artist Nuhoo Goobanaa Bed-Ridden Due to Deteriorating Health Condition | Here’s How You Can Support Ongoing Effort to Raise Funds for the Artist

$
0
0

ActNowButton2012_50

The beloved Oromo recording artist Nuhoo Goobanaa has been immobilized from the art he’s used to touch millions of fans in Oromia, and beyond, due to a deteriorating health condition. A few days ago, a group of concerned individuals has set up a GoFundMe account to raise funds for the artist during this time of challenge. To support the artist, visit the GoFundMe page and take action.

RELATED:

Interview with Oromo recording artist Nuhoo Goobanaa on OBS:

——-

Waa’ee Birmannaa Aartist Nuhoo Goobanaa

Aartistii beekkamaa Nuhoo Goobanaa akkuma beekkamu weellisaa guddaa fi jaalatamaa ummata Oromooti. Aartistiin kun jiruu isaa harka dheeraa kan dabarse sirba afaan oromoo kan bu’umaa cee’ii ummanni oromoo keessa jiru kana callaqisiisuufi ummanni keenna akka tokko ta’ee bilisoomufi biyya qabaatu kan faarsaa turee dha.

NuhooGoobanaa2015_2

Nuhoo Gobaanaa yeroo dheeraaf biyya alagaa keessaa jiraata turee gara biyyatti deebi’ee ummata oromoo isa jaalatun wallitti makamee jiraataa jira.

Garuu yeroo ammaatti weellisaa Nuhoo Goobanaa rakkoo fayyaa sukkaaraatiin dararamee mana yaalaatti argama.

Aartist beekkamaa kana waanta gargaarsa maallaqqaa isa barbaachiseef akkuma kana dura walbira dhaabataa turretti ammallee ummanni oromoo akka lubbuu isaa waaqqaan waliin baraarsinu koreen kanaan dura qarqqaarsa Sayyoo tiif dhaabatte ammallee umata keenna keessattu kan biyya alaa jiraatu akka gargaarsa gootaniif kabajaan nigaafatti. Amantaan ummata keenna irraa qabnu akkuma yeroo maraa baayyee guddaa dha. Kanaaf akkuma kanaan duraa namooni koree kanaa kantahan sochii godhuuf qophii irra jiru.

Koree yeroof dhaabbatte maqaa dhahuuf:
1. Ashanaafii Adunyaa
2. Baayyisaa Gammachuu
3. Bokkuu Kallachaa
4. Boni Nurgi
5. Darajjee Daadhii
6. Girmaa Beekaa
7. Nimonaa Tufaa

Akkuma armaan duraa weebsaayitii GoFundMe kanatti fayyadamuudhaan akka birmattan kabajaa guddaan isin gaafanna.

Galatoomaa isiniin jenna.

Koree Qindeesittuu

——-

Selected Works of Artist Nuhoo Goobanaa:


Gargaarsa Aartist Nuhoo Goobanaa (GoFundMe.com)


Viewing all articles
Browse latest Browse all 1719

Trending Articles